Obbo Dammaqaan Manneen Amantaa Kiristiyaanaa fi Gadaamiiwwan Dabra Roohaa Qidduus Laallibalaa

Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Manneen Amantaa Kiristiyaanaa fi Gaadaamiiwwan Dabra Roohaa Qidduus Laallibalaa daawwatan.

Daawwannaa kanarratti hoggantoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa, Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalfi Andu’aalem fi hoggantoonni mootummaa biroon argamaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT wayita naannicha weeraree turetti jiraattotarra miidhaa hammataa qaqqabsiisuu ibsameera.

Tajaajiltootaa fi luboota manneen amantaarras miidhaa suukaneessaa qaqqabsiisuu eerameera.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment