Obbo Dammaqaan Ityoophiyaannoota Waashingitaan Diisiitti hiriira ba’aan galateeffatan

Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin Ityoophiyaannoonni Waashiingitaan Diisii jiraatan haala waqtaawaa Ityoophiyaa addunyaaf beeksisuuf hiriira ba’aan galateeffataniiru.
Obbo Dammaqaan warreen hiriiricha gaggeessitaniif galatoomaa jechuun isiinitti boonneerra jedhaniiru.
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan giddu seentummaa fi taamsa’ina odeeffannoo sobaa mormuun Waashingitaan Diisiitti hiriira gaggeessuun isaanii ni yaadatama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment