Obbo Dammaqaan Ittaantuu Koomishinira Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ittaantuu Koomishinaraa Koomishinii Gamtaa Afrikaa Mooniik Nisaazaabaanganwaa waliin mari’ataniiru.

Wayita marii isaaniitti, Obbo Dammaqaan, Ityoophiyaan deeggarsa Gamtaa Afrikaaf taasistu cimee kan itti fufuu ta’uu eeraniiru.

Akkasumaas riifoormiiwwan dhaabbatummaa kutannoon gaggeessuuf of kennitee kan hojjettu ta’uu ibsaniiru.

Ittaantu Koomiishinara Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Dooktar Mooniik Nisaanzaabaangawaa gama isaaniin riifoormiiwwan sadarkaa Ardiitti gaggeeffamaa jiranittaii ibsa kennaiiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment