Obbo Dammaqaan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan.

Obbo Dammaqaan Wiirtuu To’annoo fi Odeeffannoo Koroonaa Vaayrasii Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa keessatti argamu daawwataniiru.

Hojiilee leenjii fi qophiilee ittisaa fi to’annoo taasifamaa jiranis daawwataniiru.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment