Obbo Dammaqaan hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin mari’ataniiru.

Marii hariiroo Faawundeeshinichaa fi Itiyoophiyaa gidduu jiru caalmaatti cimsu taasiisuu isaanii Obbo Dammaqaan ibsaniiru.

Deeggarsi Faawundeeshinichaa Itiyoophiyaaf murteessaa ta’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment