Obbo Dammaqaan Hoji Raawwachisaa Qindoomina Talaalliiwwanii Idil Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 26, 2015 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Hoji Raawwachisaa Qindoomina Waliin Gahiinsa Talaalliiwwanii Idil Addunyaa Seez Barkiley waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin Obbo Dammaqaan Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2015 hanga 2021tti sagantaa daa’immaan mara fayyadamtoota talaallii taasisuuf jiru dhugoomsuuf qophii fi kutannoo qabaachuu ibsaniiru.

Saganatichi fayyummaa daa’immanii mirkaneessuu fi talaallii haqa qabeessaa fi waaraa waliin gahuun, lubbuu lammiilee baraaruuf tumsa jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment