Obbo Dammaqaan gita isaanii Namiibyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Itti aantuu Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Namiibyaa Neetumboo Naandii-Indaayitwaa waliin mari’ataniiru.

Aanga’oonni lameen yaa’ii Mana Maree hoji raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 40ffaan cinaatti wal arguun marii taasisaniiru.

Hariiroo lameenii Ityoophiyaa fi Namiibyaa calmaan haala cimsuun dandeessisuurratti mari’ataniiru.

Dabalataniis Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa KaameeruunLejee’uun Maabeelaa waliin mari’atan.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment