Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gargaraa Ministira alaa Kuweet Ambaasaaddar Baadir Saalehi waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo fi naannawaarratti mari’ataniiru.
Ityoophiyaan hariiroo Kuweet waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kan laattu ta’uu Obbo Dammaqaan ibsuun, Kuweet fandii tumsa misoomaaf deeggarsa taasiftu dinqisiifataniiru.
Kuweet hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimauuf fedhii addaa qabaachuu Ambaasaaddar Baadir Saalehi dubbachuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.