Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gaanfa Afrikaatti bakka buutuu ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Dooktar Aneet Weebar waliin mari’ataniiru.
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaan maree nageenyaa eegalameef murannoo cimaa qabaachuu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.