Obbo Dammaqaan Dirre Dhawaatti dhaabbilee Biiznasii daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dirre Dhawaatti dhaabbilee Biiznasii daawwataniiru.

Dhaabbilee Biiznasii naannawaa daldala bilisaa, Buufata Gogaa Dirre Dhawaa fi Dirre Dhawaa Motarsi daawwataniiru.

Dhaabbileen kunneen oomisha Uffataalee Konkolaattoota walitti hidhuu, Pilaastikootaa fi Konkolaattoota Abbaa Miila sadii oomshu jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment