Obbo Dammaqaan Daayrektaraa Nannawaa Bahaa fi Lixa Afrikaa UNICEF waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Dhaabbata Deeggarsaa Daa’imanii Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Naannawaa Bahaa fi Dhihaa Afrikaa waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin, dhimmoota fuulduratti UNICEF waliin hojjetanirratti mari’ataniiru.

Daa’immaan rakkoof saaxilamanii fi jireenya maatii isaanii fooyyessuuf dursa kennuun barbachisaa ta’uu Obbo Dammaqaan ibsuu ragaan toora miidiyaa hawaasummaa UNICEF irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment