Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Abishiir Omaar Jamaa waliin mari’ataniiru.
Marii isanaiin Obbo Dammaqaan haala yeroo irratti ibsa kennaiiru.
Fuuldurattis nageeyaa fi tasgabbii, nu’uuraalee misoomaa fi walta’iinsa diinagdee irratti hariiroo gama lameenii biyyoota lameenii caalmaan cimsuun akka barbaachisu kaasaniiru.
Obbo dammaqaan, faayidaan tarsiimawaa yaa’ii Dureewwan Biyyoota Baha Afriikaa Moqaadishootti gaggeeffame olaana akka ta’ee ibsaniiru.
Ityoophiyaan murtoo yaa’icha hojiirra akka oolchitu mirkaneessuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.