Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna Ummataa Deeniyaa Gaaylee waliin Mari’atan

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna Ummataa  Deeniyaa Gaaylee waliin Mari’atan

Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Ityoophiyaa Fandii Sirna Ummataa Deeniyaa Gaaylee waliin Mari’ataniiru.

Marichaan obbo Dammaqaa Mokonnin duula olaantummaa seeraa mootummaan naannoo Tigiraayitti adeemsisee ibsaniiru.

Mootummaan duula olaantummaa seeraa xumuruun bu’uuraalee misoomaa barbaadaa’an deebisee dhaabaa jiraachuu eeraniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment