Obbo Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif dhimmoota garagaraa irratti ibsa taasisan

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif dhimmoota garagaraa irratti ibsa taasisaniiru.
Obbo Dammaqaa Mokonnin ibsa kan taasisan dhimma hidha haaromsaa, filannoo fi haala Ityoophiyaa fi Sudanirrattidha.
Akkasumaas, adeemsa deeggarsa namoomaa naannoo Tigiraay fi haala wayita ammaa irra jiru ilaalchisuun diippiloomatootaa fi ammaasaaddarootaf ibsaniiru.
Ibsicharratti kan argamaan Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injiinar Shilashii baqqalaa giddugalummaa Gamtaa Afrikaan itti kan fufe waliigaltee hidha haaromsaarratti ibsa laataniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment