Obbo Dammaqaa Mokonniin dawwanaa hojiif Ugaandaa galan

Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin dawwannaa hojiif Ugaanda galaniiru.

Obbo Dammaqaan biyyoota Afrikaa 4tti daawwanaa hojii taasisaa jiraaniin har’aa Ugaandaa daawwachaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Alarraa argame ni mul’isa.

Obbo Dammaqaan wayita Ugaanda galan Ministir Deetaan Dhimma Alaa biyyattii Heenarii Okeeloon simatamaniiru.

Obbo Dammaqaan turtii isaanii Ugaandaatti taasisaniin, Pireezidaantii Biyyati Yuweerii Museevenii waliin dhimmoota waloo fi naannawaa irratti ni mari’atuun kan eegama jedhameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment