Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, bakka bu’oota buqqaatota naannawaa garaagaraarraa buqqa’uun Dabra Birhaanitti argaman waliin mari’ataniiru.
Mariicharratti Obbo Dammaqaa Mokonniin dabalatee Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa fi Ministirri Indaastirii Obbo Malaakuu Allibal argamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.