Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtooman 77ffaan Ameerikaa magaalaa Niwuyoorkitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Jijjiirama Barnootaa” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin, Minitira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ergamaa Dhaabbii Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsqasillaaseefi Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan hirmaachaa jiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.