Obbo Dammaqaa Makonnin Jigjigaa galan

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jiilli Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Miniteera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniniin durfamu har’a ganama  Jigjigaa galeera.

Jilichi buufata xiyyaaraa Garaad Wiilwaal wayita ga’u preezdaantii naannichaa obbo Muusxafee Mohaammadii fi hoggantoota olaanoon naannichaan simannaan taasifameeraafi.

Jilichi preezdaantii naannichaa waliin haala yeroo hongee naannichaarratti ni mari’atu jedhamee kan eegamu ta’uu ragaan Miidiyaa naannichaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment