Obbo Dammaqaa Makonnin gita isaanii Hangaarii waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaafi Ministira Daldalaa Hangaarii Piitar Siyaartoo waliin mari’atan.

Mariisaaniin, dhimmoota waloo fi dippiloomaasii hundagaleessarratti mari’achuun ibsameera.

Daawwannaa hojiif Ityoophiyaatti kan argaman Ministirri Dhimma Alaafi Ministirri Daldalaa Hangaarii Piitar Siyaartoon Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa waliin mari’achuun isaanii ni yaadatama.

Biyyoonni lameen hariiroo Dippiloomaasii waggottan 60 kan qaban ta’uu TOI gabaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment