Obbo Dammaqaa Makonniin har’arra eegalee Hinditti daawwannaa ni taasisu

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin har’arra eegalee Hinditti daawwannaa ni taasisuu jedhameera.
Obbo Dammaqaan hanga Jimaata dhufutti turtii Hinditti taasisaniin sirnoota garagaraarratti ni hirmaatuun eegama.
Hinditti imbaasiin Ityoophiyaa fi gamoo mana jireenyaa dippiloomaatoota Ministira Ministeera Dhimma Alaa Hindi Subraahmaaniyaam Jaashkaanr waliin ta’uun Kamisaa dhufuu ni eebbisisu jedhameera.
Dabalataanis hariiroo Ityoophiyaa fi Hindirratti ni mari’atuun eegama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment