Obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa idila addumyaa Afrikaa Kibbaa waliin mari’an

Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa alaa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonni Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa Idila addunyaa Afrikaa Kibbaa waliin mari’an.
Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa Idila addunyaa Afrikaa Kibbaa Naaleedii Paandoor waliin bilbilaan dhimmoota haala yeroorratti mari’ataniiru.
Obbo Dammaqaan dhimma haala yeroo naannoo Tigraay yeroo ammaa ilaalchisuun Naaleedii Paandooriif ibsa taasiisaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment