Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin leegaasii Ashaaraa Magariisaarratti Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa teessoo isaanii biyyoota ollaa taasiisan waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaa ifoomsuu himaniiru.
Sagantichaan biqiltuun biiliyoonni 6 kan dhaabbatu ta’uu ibsa taasiisaniiru.
Ityoophiyaan biqiltuu biiliyoona 1 biyyoota ollaaf laachuuf qopheeessuu himaniiru.
Hojiin eeggumsa naannoo fi diinagdee magariisaa kun hariiroo Ityoophiyaan biyyoota ollaa waliin qabdu caalmaatti kan cimsu ta’uu himaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.