Obbo Damaqa Makonnin pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siir Raamaafosaa waliin mari’atan

 

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) – Ministirri mummee itti aanaafi ministirri dhimma alaa Obbo Damaqa Makonnin pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siir Raamaafosaa waliin Piritooriyaatti walargan.

Haala yeroo Itoophiyaa fi hariiroo gamlamee irratti akka mari’atan Obbo Damaqan fuula Feesbuukii isaani irratti barreessaniiru.

Hariiroo biyyoota lamaan giddu ture caalmaatti cimsuuf waligalan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment