Obbo Awwal Arbaan Ministira Tumsa Misoomaa fi Imaammata Qabeenya Qilleensaa Idil Addunyaa Deenimaark waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ministira Tumsa Misoomaa fi Imaammata Qabeenya Qilleensaa Idil Addunyaa Deenimaark Daan Joorgansan waliin mari’atan.

Mariisaaniin haala bakkeewwan walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii dhaabuun danda’amurratti mari’achuu obbo Awwal Arbaan ibsuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment