Obbo Awwal Arbaan Ministira Misoomaa Ingilz waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ministira Ministeera Misoomaa Ingilz Viikii Foord waliin mari’atan.

Mariisaaniin, haala namoomaa naannichaafi tajaajila hawaasummaa irratti mari’achuu ibsameera.

Dabalataanis piroojektoota naannichatti deeggarsa mootummaa Ingiliziin hojjetamaa jiran irratti mari’achuu Obbo Awwal Arbaan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment