Obbo Awwal Arbaan Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan  Ityoophiyaatti Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman Heeyook Niitis shiik waliin mari’atan.

Obbo Awwal Arbaan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa saaniin dabarsaniin, dhimmoota deeggarsa namoomaa, misooma naannichaafi hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaarratti mar’achuu ibsaniiru.

Deeggarsi Jarman naannoo Afaariif taasistu cimee kan itti fufu ta’uu Ittaanaa Ambaasaaddara Jarman Heeyook Niitis shiik ibsuu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment