Obbo Awwal Aarbaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.

Obbo Awwal hojiilee misooma naannichatti hojjetamaa jiran ilaalchisee Ambaasaaddarichaaf ibsa taasiisaniiru.

Ambaasaaddarichi turtii isaaniin piroojektoota garaagaraa kan daawwatan ta’uu ragaan Waajjira Pireezidaantii nannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment