Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwataniiru.

Lafa oomishaaf oolu laga Awaash waliin walitti hidhuun wabii nyaataa mirkaneessuuf galma qabame ni milkeessina jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Aanaa Hanruukaatti Muuzii fi Paappayyaan lafa hektaara 220 irratti misoomaa jiraachuu kaasaniiru.

Hoggantoonni daawwannicharratti hirmaatan muxxannoo aanichaa fudhachuun hojiilee misoomaa eegalame cimsanii akka itti fufan kallattii kaa’aniiru.

Daawwannicha cinaatti Muuziis dhaabaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment