Obbo Awwal Aarbaan aanaa Awusii Rasuu Duubtiitti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan aanaa Awusii Rasuu Duubtiitti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan.

Obbo Awwal aanichatti hojiilee misoomaa balaa lolaa ittisuuf hojjetamaa jiru daawwachuu ibsameera.

Dabalataanis ooyiruu qamadii aanichatti misoomaa jiru daawwachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment