Obbo Ashaadiliin aanaa Mangeetti Maashina Oomisha Warqee eebbisiisan

Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan aanaa Mangeetti Maashina Oomisha Warqee eebbisiisaniiiru.

Maashinni Warqee Oomishuu fi miichu kun haala oomisha Warqee adeemsa aadaarra gara ammayyaatti guddisuuf faayidaa qabaachuu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment