Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii Naannoo Beenishaanguul Gumuz ta’uun mudaman

Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii Naannichaa taasiisuun muude.

Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa waggaa 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Ashaadilii Hasan Pireezidaantii naannichaa taasiisuun moggaaseera.

Akkasumas manni marichaa Aadde Askaalaa Albooroo Af Yaa’ii naannichaa taasiisuun moggaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment