Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan haala nageenya waaraa mirkaneessuun danda’amurratti jiraattoota magaalaa Dabra Birhaan waliin mari’ataniiru.
Hojiilee nageenyaa waaraa mirkaneessuuf hojjetama jiru, dhimmoota bulchiinsa gaarii fi misoomarratti mari’ataniiru.
Abbabaa Yeshawaali’uultu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.