Obbo Ahimad Shiideen Afrikaatti Daayrektara IMF waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Afrikaatti Daayrektara Dhaabbata Maallaqa Addunyaa(IMF) Abbabaa Sillaasee waliin mari’ataniiru.

Qormaata diinagdee Afrikaa mudatu irratti marii bu’aa qabeessa taasisaniiru jedhame.

Mootummaan Ityoophiyaa riifoormii diinagdeef kutannoo cimaa qabaachuu Obbo Ahimad Shiideen ibsuu ragaan Ministeeraa Maalaqaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment