Obbo Ahimad Shideen buufata Dooraalee daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Jibuutiitti sochii daldala hundagaleessaa Buufata Dooraalee daawwataniiru.

Obbo Ahimad Shideen buufatichatti sochii geejjibsiisa xaa’oo daawwachuu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggayeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Daawwannicharratti Obbo Ahimad Shidee dabalatee Jibuutiitti Ambaasaaddari Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggayeen argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment