Obbo Ageenyaw Tashagaar preezdaantii naannoo Amaaraa ta’uun Muudaman

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2013 (FBC)- Obbo Ageenyaw Tashagaar preezdaantii bulchiinsa Mootummaa naannoo Amaaraa ta’uun Muudamaniiru.

Preezdaantiin naannicha duraanii obbo Tamasgeen Xuruunah itti gaafatammuumma hojii biroof waan fo’amaniif mana maree naannichaaf xalayaa gaaffii aangoo gadi lakkisuu dhiyeessuun fudhatama argateera.

kanaafis bakka isaanii obbo Ageenyaw Tashagaar preezdaantii naannichaa ta’uun muudamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment