Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Itti aanaa Ministira Alaa Raashiyaa Miikhaalii Boogdaanoov waliin mari’ataniiru.
Hariiroon biyyoota lamaanii waggoota 125 dura eegaluu fi ammas cimee itti fufuu eerameera.
Obbo Aganyahu Tashaagar itti aanaa Ministira Ministeera Inarjii, bakka buutoota mana maree bakka bu’oota uumataa fi hoggantoota olaanoo paartii tokkumma Raashiyaa waliin mari’achuu isaanii ragasn Mana Maree Federeeshinirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.