Obbo Addisuu Araggaa fi Komishinar Lalisee Nameen warshaalee oomishaa Kiingdamii fi Sanshaayiin daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantii Oromiyaatti qindeessaan kilaastara Misooma  magaalaa Obbo Addisuu Araggaa fi Komishinarri komishinii Invastimantii Lalisee Nameen Paarkii Indaastirii Adaamaatti warshaalee oomishaa Kiingdamii fi Sanshaayiin akkasumas Istarn Indaastirii Zoonii daawwataniiru.

Daawwannaan cinatti abbootii qabeenyaa paarkicha keessatti hojjechaa jiran waliin mari’ataniiru.

Abbootiin qabeenyaa kunneen rakkoolee hojiirratti isaan  mudachaa jiru ibsuufii eerameera.

Rakkoolee kanneen furuuf kallattiin furmaataa kaa’amuu ragaan Komishinii Invastimantiirraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment