Obbo Adam Faaraahi Chaayinaatti qondaaltota Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Gareen qondaaltota Olaanoo Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejingitti Garee Hariiroo alaa Paartii Koomunistii Chaayinaa waliin mari’ateera.

Jilichi Itti Aanaa Ministira damichaa waliin dhimmoota hariiroo waloo fi tarsiimowaarratti mari’ateera.

Dhimmoota hariiroo mootummaa fi Mootummaa, Paartii fiPaartii, Ummataa fi Ummaataa caalmaatti cimsanirratti mari’achuu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment