Obbo Adam Faaraah Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii ta’uun muudaman

Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Obbo Adam Faaraah Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii ta’uun Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment