Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Nuti wareegamnee ummata Ityoophiyaa mataa yoo ol hin qabne, hamileen dhaloota dhufuu cabee hafa jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal.
Kan duullis bara dhaloota keenyaa kun akka hin raawwanneefi jedhan.
‘Duudhaa hogganaa kee hordofi’ jedhu abbootii keenyarraa dhaalle hojiitti hiikna jedhan.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.