Nuti Ijoollee Gootota Adawaati-Hawaasa Magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa

Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Hawaasni Magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne garee shororkeessaa TPLF balaalleeffachun dhaadhannoowwan garaagaraa dhageesisan.
Heera Mootummaa fi Sirna Federaalizimii Akka Qaroo Ija Keenyaatti Eegganna!
Itoophiyaa Wareegama Keenyaan Ijaaramte, Wareegama Keenyaan ni Eegganna!
Seenaa gootummaamalee, seennaa gantummaa hin Qabnu!
Nuti Ijoollee Gootota Adawaati! fi kan biroos dhageesiisaa jiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment