Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa hatan to’ataman

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii miiliyoona tokkotti tilmaamamu hatanii fi qabeenyicha isaan irraa bitan harkaaf harkatti to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.

Shakkamtoonni Dhaabbata SJSOS Ityoophiyaa Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Paarkii Indaastirii Lammii Kuraa keessatti argamu keessaa Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii Kuma dhibba 9 fi kuma 96tti tilmaamamu 41 fi hirkoo kaameeraa 36 hatanii fi namoonni qabeenya kana bitan 2 to’atamuun dhimmi isaanii qulqullaa’aa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment