Namoota Cheekii sobaatii Birrii miiliyoona 60 baankiidhaa baasuuf yaalan irratti himanni baname

Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Abbaan Alangaa Cheekii sobaa fi xalayaa mirkaneessa kaffatii fayyadamuun Baankii daldalaa Ityoophiyaarra Birrii miiliyoona 60  baasuuf yaalanii kan turan hojjettootaa baankichaa fi tumsiisootasaaniirratti himaanni baneera.

Abbaa Alangaa Waliigalaatti daayreekteroota damee dhimmoota  malaammaltummaa fi yakka abbaa murtii waliin ta’uun qorannoo gaggeessaa ture xumureera.

Bu’uruma qorannichaatinis namoota Cheekii sobaatii Birrii miiliyoona 60 baankiidhaa baasuuf yaalan irratti himata baneera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment