Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun gurguraa turan 3 to’atamuu Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Namoonni kunneen kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 7 iddoo addaa Buufata Awutoobisii jedhamutti to’atamuu beeksiseera.
Chaappaa fi waraqaa eenyummaa kanneen Suuqii Shaqaxaalee keessa kaa’uun wayita gurguraa jiran eeruu ummataan to’atamuun dhimmichi qulqullaa’aa jiraachuu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.