Namoonni dhuunfa filannichaarratti dorgomaan muuxannoosaanii hiraa jiru

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa filannichaarratti dorgomaan muuxannoosaanii hiraa jiru.
Kaadhimamaan dhuunfa obbo Alaasaa Mangaashaa filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaan kan barnoota irraa fudhanneerra jedhaniiru.
Hojiiwwan hafaanis hojjechuuf hojiin hafaan jiraachuu himaniiru.
Ityoophiyaan dhiibbaa keessaa taatee hojii fooyya’aan hojjetamaniiru, ammas qormaatilee darbuuf waloon dhaabbachuu qabnan jedhaniiru.
Kaadhamamtu paartii badhaadhinaa kan ta’aan Injinaar Ayishaa Mahaammad gama isaanii, Ityoophiyaan dhiibbaa hedduu keessaa ta’uu fi hidha haaromsaa guddichaan seenaa hojjechaa jirti jedhaniiru.
Boordiin filannoo dubartootaan hoogganamee bu’a qabeessaa ta’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment