Namoonni dhuunfa Birrii biiliyoona 2 ol sanadaa sobaatin baankiidhaa baasuuf yaalan to’annaa jala oolan

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa Birrii biiliyoona 2 ol sanadaa sobaatin baankiidhaa baasuuf yaalan to’annaa jala ooluu Komishinii Poolisii Federaalaa beeksisee.

Komshinichi giddugala nageenya odeeffannoo faayinaansii waliin qindoominaan hodooffii taasiseen shakkamtoonni kunneen to’annaa jala kan oolan.

Komishinachatti daayreektarri daayrektooreetii biiroo faayanansii fi qorannoo yakkoota Birhaanuu Abbabaa, sanada sobaatin maallaqni jijjiirramuuf ture baankii daldalaa Ityoophiyaa keessaatti kan kuufamee herregaa Konstiraakshinii Saaliinii ta’uu ibsameera.

Maddi:-TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment