Namoonni 2,234 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 422 irratti vaayrasichi argameera.

 

 

Finfinnee Muddee 2, 2013 (FBC)-Namoonni 2,234 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 422 irratti vaayrasichi argameera.

Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti lakkoofsi namoota vayrasicharra dandamatanii waliigalaan 91,209 qaqqabeera.

 

Sa’aa 24 darbeetin qorannaan samuudaa 5,807 hojjetameera.

 

Namoonni qorannaadhan vaayrasichi irratti argame 115,782 qaqqabeera.

 

Sa’aa 24 darbeen lubbuun namoota 12 yoo darbu, lakkoofsi waliigalaan lubbuu isaanii dhabanii ammoo 1,791 qaqqabeera.

 

Hanga yoonaa qorannaan laabraatoorii samuudaa 1,695,106 hojjetameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment