Namni dhuunfaan Doolaara Sobaa kuma 28 qabatee socho’aa ture to’atame

Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma 28 qabatee socho’aa ture to’atamuu Poolisiin beeksise.

Shakkamaan Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma 28 fi 400 ol konkolaataan qabatee socho’aa ture magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 4tti to’atamuu Qajeelchi Poolisii Kutaa magaalichaa beeksiseera.

Doolaara sobaa dabalataan Shugguxii tokkoo fi rasaasa 8 waliin to’atamuun qoratamaa jiraachuu ragaan Poolisii Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment