Namni dhuunfa sarara shiboo elektirikaa baaburaa osoo kutuu harkaf harkatti qabame to’annaa jala oole

Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Lidataatti namni dhuunfa sarara shiboo elektirikaa baaburaa osoo kutuu harkaf harkatti qabame to’annaa jala ooluu Komiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee ibseera.
Shakkama to’annaa jala oole dabalatee shakkamtoonni 9 to’annaa jala ooluu ragaan komishinicharra ragmaee ni muul’dhisa
.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment