Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – “Nageenyi Ummata Tigiraay deebi’aa jira; hojiirra oolmaa waliigaltechaaf lammiin hundi gahee isaa bahachuu qaba” jechuun jiraattonni Aksum, Adwaa fi Shiree ibsan.
Mootummaa fi ABUT gidduuttii waliigaltee nageenyaa irraa ga’amee nageenyaa waraa Ityoophiyaatti mirkaneessuuf absii kan uumeedha jedhameera.
Haaluma kanaan daraggoonni barnootaa isaanii addaan kutan egeree abju’achuu, haadholiin nagaa argachuu eegalaniiru.
Jiraattonni Naanoo Tigiraay waliigaltee nageenyaatti hedduu gammaduu ibsanii, hojiirra oolmaa isaaf hunduu walta’iinsaan akka hojjetan waamicha dhiyeessaniiru.
Maddi:-TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.